Aadde Adaanach hoggantoota boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantoota Boordii Yaa’ii Dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa waliin mari’ataniiru.…