Naannoo Harariitti biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Naannoo Harariitti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa beeksiise.
Baatii…