Naannolee filannoo muraasaatti guyyaa filannoo waliigalaa filannoon hin gaggeeffamu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) - Naannolee filannoo muraasaatti guyyaa filannoo waliigalaa gaggeeffamu filannoon kan hin gaggeeffamne ta'uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.…