Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Dooktar Ambaachaw Makonniin hundaa’e Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Faawundeeshiniin preezdaantii naannoo Amaaraa duraanii Dooktar Ambaachaw Makonniin ifatti hundaa'e. Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa naannoo Tigraay ministiroota dhimma alaa Afrikaaf ibsa taasiisan Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ministiroota Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa… Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa shororkeessummaa raawwachuuf socho'aa turan 15 to'annoo jala…
Oduu biyya keessaa Godina Matakkalitti gamaaggamni raawwii hojii olaantummaa seeraa mirkaneessu gaggeeffame Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Koreen Humna Qindoomaa godina Matakkal gamaaggama raawwii hojii olaantummaa seeraa mirkaneessu raawwatame gaggeessaa jira jedhame. Godinichaatti…
Teeknooloojii Yuunvarsiitichi cuuciwwan Qurxummii kuma 80 ol horsiisuun qonnaan bultoota adda dureef raabse Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Hawaasaa cuuciwwan Qurxummii kuma 80 ol horsiisuun qonnaan bultoota adda dureef raabsuu beeksise. Yuunvaarsiitichi giddugala horsiisa…
Biiznasii Warshaan Zayita nyaataa guyyaatti liitira miiliyoona 1.5 oomishu Dalbata dhufu ni eebbifama Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Godina Goojjama magaalaa Bureetti Warshaan Zayita nyaataa guyyaatti liitira miiliyoona 1.5 ol oomishu Dalbata dhufu ni eebbifama. Warshichi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Maqaleetti adeemsi baruu fi barsiisuu Gurraandhala 1, 2013 ni eegala jedhame Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu fi sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture adeemsi baruu fi barsiisuu Gurraandhala 1, 2013 magaalaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa ijaarsa daandiif waliigaltee birrii biiliyoona 18.2 mallatteesse Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Ityoophiyaa ijaarsaa daandiif waliigaltee birrii biiliyoona 18.2 mallateesseera. Kan har’aa dabalatee bara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti odeeffannoon lammiileen nagaa ajjeeffamaa jiru jedhu ragaa mirkanaa’ee miti… Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti odeeffannoon lammiileen nagaa ajjeeffamaa jiru jechuun tatamsa’u kan hin mirkanoofnee fi fedhii siyaasaarraa kan ka’e ta’uu…