Oduu biyya keessaa Hayyoonni Oromoo waltajjii marii gaggeessaa jiru Sifen Megersa May 20, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii Gumii Balal marsaa 6ffaan mata duree 'Dantaa Oromoo Horata Hawaasummaa fi Jijjiiramaaf' jedhuun Waajjira Preezdaantii bulchiinsa…
Ispoortii Liiver Puul carraa hirmaannaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bal’ifate Sifen Megersa May 20, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaandaa torbee 37ffaa galgala kana gaggeeffameen Liiver Puul 3 fi 0n Barnileey injifateera. Liiver Puul tapha torbee…
Idil Addunyaa Sa’aatii 24 darban keessatti lammiileen Hindii kumni 4 fi 529 koroonaan du’an Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Hinditti Sa'aatii 24 darban keessatti namoota kuma dhibba 2 fi kuma 67 fi 334 vaayrasii koroonaan qaban keessaa namoonni kumni 4 fi 529 lubbuun darbuu…
Idil Addunyaa Israa’eel haleellaa Gaazarraatti raawwattu itti fufte Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Israa'eel haleellaa Gaazarraatti raawwattu kan itti fufte yoo ta'u, hanga ammaatti daa'imman 64 dabalatee lammiileen Filisxeem 227 ajjeefamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa 4 keessatti proojektoonni Birrii miiliyoona 960 oliin… Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa 4 keessatti proojektoonni birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 60 oliin ijaarraman 427 tajaajilaaf banaa ta’uu…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa Covid -19 idil addunyaarran ga’e dandamachuuf Doolaarri biiliyoonni 650 akka ramadamu… Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Dhiibbaa Covid -19 idil addunyaarran ga’e dandamachuuf Doolaarri biiliyoonni dhibbi 6 fi biiliyoonni 50 deeggarsaaf akka ramadamu murtaa’uu…
Oduu biyya keessaa Boordichi yeroon galmee filannoo barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa hanga Caamsaa 17, 2013tti… Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Yeroon galmee filattootaa barattoota dhaabbilee olaanaa interneetiin gaggeeffamu hanga Caamsaa 17, 2013tti dheerachuu Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa magaalaa Finfinneetti qaqqabeen namoota 46 irra miidhaan qaamaa ga’uu ibsame Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa 7tti balaa Tiraafikaa har’a ganama qaqqabeen namoota 46 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Beenishaanguul Gumuuzitti Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa… Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkal aanaa Maanduraatti Waajjira isaaniin ijaarraman…
Biiznasii Baankiin Awaash dhaabbilee garaagaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona 17.9 taasiise Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Baankiin Awaash dhaabbilee garaagaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona 17.9 taasiisuu beeksiise. Baankichi dirqama hawaasummaa isaa ba’uuf sagantaa…