Oduu biyya keessaa Tiraaktaroota 950 gara biyyaa imalchiisuun eegalame Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qonna Ammayyeessuuf meeshalee qonnaa ammayyaa qotee bulaan bitachuu akka danda’uu Tiraaktaroota 950 gara biyya keessaa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jiraachuu himame. Walga’ichi bakka itti aanaan Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa Qonnaan bultootaa fi Horsiisee bultootaa gama hundaan mirkaneessuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Giddu-galli galtee tajaajila qonnaa iddoo tokkoo Godina Shawaa Bahaa Aanaa Booraa magaalaa Booteetti qonnaan bultoota adda duree gara…
Teeknooloojii Teeknooloojii dhibee biqiltoota fakkii qofaan adda baasu Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Dargaggoonni teessoo isaanii Magaalaa Jimmaa taasiisan lama teeknooloojii dhibee biqiltootaa fakkii qofaan adda baasuu ifoomsaniiru. Dargaggoonni…
Biiznasii Ministeerichi baatiwwan jahaan darbanitti birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 49 ol galii… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatiwwan jahaan darbanitti Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 49 fi miiliyoona dhibba 2 ol galii walitti qabuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Filiippoo Giraandee waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonni haaraan 125 tajaajila humna elektirkaa argachuu ibsame Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Kutaalee biyyattii uwwisa bu’uuraalee misooma Elektirikii hin arganne qaqqabsiisuuf hojjechaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksiseera.…
Idil Addunyaa Maaynaamaaritti Fonqolchi mootummaa gaggeeffame Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Humni Waraanaa Maaynaamaar folqolcha gaggeessuun hoggantuu biyyattii Uung Saan Suu Chii to’annoo jala oolche. Humni Waraanichaa Uung Saan Suu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 629 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 629 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…