Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaanii deebi’an Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaani deebi’uu ibsameera. Sanada malee Libaanoos jiraachaa kan turan lammiileen kunneen Libaasoositti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon garee finxaaleyyii 9 too’annoo jala oolan Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon garee Juuntaa 9 too'annoo jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal Tasfaayee Ayyaalew ibsan.…
Oduu biyya keessaa Qamadiin jallisii boneen faca’e bu’aa qabeessa ta’eera -Dooktar Abiy Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Qamadiin jallisii boneetiin faca'e bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Bu'aawwan argamerratti carraaqqii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsnaniiru. Preezdaant Saahilawarqi hordoftooa amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi’an Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi'uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise. Lammiilee har'a gara biyya isaanii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachii fi preezdaantiin naannoo Gaambeellaa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi preezdaantiin naannoo Gaambeella obbo Uumad Ujuluun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Kaabaatti Bireenii dabalatee meeshaaleen waraana 153 fi rasaasawwan kumni 17 ol… Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun to’atamuu ibsame. Bireenii dabalatee meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa bage geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2021 0 Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa ayyaana Qillee baga geessanii dabarsan.…