Biiznasii Oomisha Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gurgurtaa qinxaaboo oomisha Boba'aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise. Akka EBCn gabaaseetti bu'aan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 345vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 345 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Boordichi gabatee yeroo Filannoo marsaa 6ffaa isa dhumaa ifoomse Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa isaa dhumaa ifoomseera. Boordicha Muddee 16, 2013 bakka hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Balaa Ibiddaa tasa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu manca'uu ibsameera. Qajeelcha Poolisii…
Ispoortii Magaalaan Jimmaa taphoota Priimeyar Liigii keessummeessuuf qophii barbaachisu xumuruu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa boqonnaan itti aanu magaalaa Jimmaatti kan gaggeeffamu ta’uu eerrameera. Taphoonni Beetkiingii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoonni Afaan Oromoo Dimtsa Wayyaanee ummata dhiifama gaafatan Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Gaazexeessitoonni Afaan Oromoon Dimtsa Wayyaanee (DW international) irratti hojjetaa turan ummata dhiifama gaafatan. Gaazexeessitoota Afaan…
Uncategorized Naannoo Beeniishangul Gumuuzitti hojiin misooma sululaa eegalame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Duulli hojii misooma sululaa hirmaannaa hawaasaan gaggeeffamu naannoo Beeniishangul Gumuuzitti har’a ifatti eegalameera. Duulicha godina…
Oduu biyya keessaa Sosochiin Covid -19 ittisuurratti xiyyeeffate Amajjii 3 eegalee baatiwwan 6f ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Sosochiin Covid -19 ittisuurratti xiyyeeffate Amajjii 3 eegalee baatiwwan 6f kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhimma…
Idil Addunyaa Traamp karaa nagaan aangoo dabarsuuf murteessuu beeksisan Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp moo’atamuu isaan amanuun karaa nagaan aangoo dabarsuuf qophii ta’uu beeksisan. Demookraatoonni…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee ni jalqabama jedhame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee kan jalqabamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.…