Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa jijjiirrate Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa gara Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa jedhutti jijjiirrate. Maqaan haaraan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu qabu – Waajjira… Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu akka qaban Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera. Filannoo…
Oduu biyya keessaa Aanaa Liibaan Jaawwiitti balaa konkolaataa qaqqabeen miidhaan namaa fi qabeenyarra ga’e Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Liiban Jaawwitti balaa Tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu nama 1 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan ga’uu…
Fayyaa Ameerikaan damee fayyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 20 taasiifte Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Ameerikaan miidhaa Covid -19 qaqqabsiisu dandamachiisuu fi sirna eeggumsa fayyaaf Ityoophiyaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 20 deeggaarsa taasiisuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy jila Preezdaantii Zimbaabuwee simatan Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Preezdaantii Zimbaabuwee Emarsan Minaangaagwaan simachuun dubbisaniiru. Jilichi kallattii…
Oduu biyya keessaa Dhimma Hidha Haaromsaa gara siyaasaa idil addunyaatti fiduun qaama kamiifuu bu’aa hin fidu –… Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Dhimma Hidha Haaromsaa gara siyaasaa idil addunyaatti fiduun qaama kamiifuu bu’aa barbaaddamu kan hin qabne ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3 caale Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Weerarri dhibee vaayrasii koroonaa erga muul’atee hanga ammaatti addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3 caaleera. Hanga…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,149 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 15, 2021 0 Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,149 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 33 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Preezdaantoota naannolee fi hoggantoota boordii Filannoo waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 15, 2021 0 Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantoota naannolee fi hoggantoota Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin intarneetiin…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Ityoophiyaatti daayreektara dhaabbata deeggarsaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 15, 2021 0 Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Ityoophiyaatti daayreektara Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID Ethiopia) Shoon Joons…