Idil Addunyaa Yuunaayitiid Kiingidam ifatti gamtaa Awurooppaarra adda baate Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Bara Faranjootaa haaraa 2021tti Yuunaayitiid Kiingidam hariiroo gamtaa Awurooppaa waliin qabdu adda kutuu ishee ifatti beeksifteerti. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan lubbuu ijoollee ishee wareeguun nageenya ollaa eegsisaa jirti –Ambaasaaddar reedwaan Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan nageenya fi badhaadhinaa biyyoota ollaaf hawwuu qofa osoo hin taane lubbuu ijoollee ishee wareeguun nageenya isaanii eegsisaa jirti jedhan…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Sabbataan injifatame Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Sabbataan Buna Ityoophiyaan injifatameera. Taphoota priimeyar liigichaa…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa Artiist Haacaaluu hundeessaa hordofee yakki sarbama mirga namoomaa raawwatamuu ibsame Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti ajjeechaa Artiist Haacaaluu hundeessaa hordofee yakki sarbama mirga namoomaa lammiilee nagaarratti raawwatamuu Komishiniin…
Ispoortii Fiigicha eda Baarseeloonaatti dorgomameen Atleet Ganzabee Dibaabaa injifatte Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Fiigicha Kiiloo Meetira 5 Ispeen Baarseeloonaatti kaleessa galgala dorgomameen Alteet Ganzabee Dibaabaa sadarkaa 1ffaan yoo xumurtu obboleettiin…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Daandii Diikniil – Daaguuriif waliigalteen Doolaara miiliyoona 43 mallattaa’e Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Koorporeeshiniin Hojiiwwan Ijaarsaa Ityoophiyaa Diizaayinii f Ijaarsa daandii Diikniil – Daaguur raawwaachuuf Kooriidarii Buufataalee Jiibuutii waliin…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii fi dhaabbileen waamamtootaa daa’immaan jireenya daandirraa… Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Ministeerri Aadaa fi Tuuriziimii fi dhaabbileen waamamtootaa shan daa'immaan jireenya daandirraa kaasuuf kan dandeessisu sagantaa deeggarsaa eegalan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Ityoophiyaa Hundaa’e Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Manni Maree Waldaalee Dhaabbilee Siiviilii Ityoophiyaa hundaa'u ibsameera. Yaa'ii hundeeffama Mana Marichaarratti bakka buutoonni Waldaalee Dhaabbilee…
Fayyaa Diillaatti Xannachi kiiloo Giraamni 26 Garaa dubartii tokkoo keessa yaalan ba’e Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaamitti Garaa dubartii tokkoo keessaa Xannachi kiiloo giraama 26 ulfaatu yaala baqaqsanii yaaluun ba'uu oggeeyyiin yaalaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi godina Matakkalitti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif… Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinii olaanaan Godaantootaa godina Matakkalitti lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa…