Oduu biyya keessaa Atleetoonni Buleeyyiin biyyaaf oolmaa guddaa oolan badhaafaman Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Waldaan Atleetoota Buleeyyii ayyaana Qillee sababeeffachun Atleetoota buleeyyii biyyaaf oolmaa jabaa oolan 100 har'a Istaadiyeemii Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa taate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuun amma –… Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa taate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuun amma - ambaasaaddar Suleemaan Daddafoo Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) - Biyya cimtuu fi hirkattummaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 468 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 468 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 5 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Hiruut Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Iraan waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Iraan Saamaad Alii Laakiizaadeehi waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa Duulli talaalli farra dhibee koleeraa eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Duulli talaalli farra dhibee koleeraa eegalamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksise. Duulichi godina Gujii Lixaa aanaa Abbayyaatti eegalameera.…
Oduu biyya keessaa Covid- 19 ittisuu fi too’achuuf deeggarsi meeshaalee taasifame Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti dhibee Covid-19 too’achuu fi ittisuuf dhaabbanni gargaarsaa ‘Seef Za Childiran’ jedhamu Ministeera Fayyaaf taableetoota 505 deeggarsa…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan qixa yoo ba’u, Bahaar Daar… Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan Buna Sidaamaa waliin qixa yoo ba’u, Bahaa Daar Walqixxeen injifatameera.…
Oduu biyya keessaa Duulli miidiyaalee hawaasaa ‘Raayiziing Ityoophiyaa’ jedhu eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Duulli miidiyaalee hawaasaa ‘Raayiziing Ityoophiyaa’ jedhu har’a eegalameera. Duulicha Ministeera Dhimma Alaa, Tuurizim Ityoophiyaa fi …
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa faalama naannoo ittisuu fi too’achuuf dargaggoota 554 gara hojiitti galche Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Eeggumsa Naannoo fi Misooma Magariisaa magaalaa Finfinnee faalama naannoo ittisuu fi too’achuuf dargaggoota 554 leenjisaa ture…
Oduu biyya keessaa Baazaarii fi agarsiifni biyyaalessaa oomishtoota Indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddugaleessaa baname Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Baazaarii fi agarsiifni biyyaalessaa oomishtoota Indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddugaleessaa har’a bifa hoo’ina qabuun banameera.…