Finfinneetti barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa % 95.85 gara kutaa 9ffaatti darban
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata Sadarkaa Magaalaa kutaa 8ffaa fudhatan Kuma 85 fi 737 keessaa % 95.85 gara kutaa itti aanuutti darbaniiru.…