Oduu biyya keessaa Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan kabajamuu eegale Sifen Megersa Mar 2, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamuu eegaleera. Guyyichi mata duree 'Adwaa Injifannoo…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi Itiyoophiyaaf carraawwan haaraa kan uumuu fi madda qabeenyaa kan ta’uudha –… Sifen Megersa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Giddugalli Konveenshinii Idil Addunyaa Addis Itiyoophiyaaf carraawwan haaraa kan uumuu fi madda qabeenyaa kan ta'uudha jedhan Kantibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis eebbisiisan Sifen Megersa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis eebbisiisaniiru. Giddugalli Konveenshinii Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa129ffaan boru kabajama Sifen Megersa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) –Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa129ffaan boru naannolee hundaa fi Bulchiinsa magaalotaatti sagantaalee garaagaraan kabajama. Guyyichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdeef bu’uura kaa’an hojjetamuu ibsame Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdee Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’an hojjetamuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarkaanfii addaa misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf… Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inisheetiivii misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf hojjetaa jiraachuu Pireezidaantii Itti aanaan mootummaa…
Oduu biyya keessaa Hinta’u kan jedhame ta’ee agarre; jireenya keenya boruufis abdii guddaa nuuf ta’e – Qonnaan Bultoota… Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Qonnaan Bultoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa Lafa midhaan hinbiqilchu jedhamee barootaaf ashuffee qofa magarsaa ture jallisii boneen qamadii misoomsuun…
Oduu biyya keessaa Qondaaltota Humna Qilleensaaf sirni Gulantaa kennuu gaggeeffame Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC)- Miseensota Humna Qilleensaa bara 2017 hojii isaaniin raawwii olaanaa galmeessan 697'f sirni gulantaa kennuu gaggeeffameera. Ajajaa Olaanaan Humna…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Dooktar Abiy Ahimad Somaaliyaatti taasisan hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti… Sifen Megersa Feb 27, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Daawwannaan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Somaaliyaatti taasisan hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti fooyyessuuf faayidaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaa ittisa biyyaa ergama kennameefiif of qopheessu ijaaruun cimee itti fufa – L/J Yilmaa… Sifen Megersa Feb 27, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Letanaal Jeneraal Yilmaa Mardasaan, Qondaaltoota Olaanoo Koollejjii Leenjii Akkaadaamii Hoggansaa Humni Qilleensaatti…