Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Deeggarsa Doolaara miiliyoona 60 mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuun sirna Fayyaa dubartootaaf kan oolu waliigaltee Deeggarsa Doolaara…