Idil Addunyaa Meesuut Ooziil dirree siyaasaatti makame Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Taphataan duraanii Arsenaal Meesuut Ooziil dirree siyaasaatti makamuun ibsame. Riyaal Maadridii fi Arsenaaliif taphachaa kan ture Meesuut Ooziil…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ergamaa addaa Iraan waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ergamaa addaa Iraan Al Habiib waliin mari’ataniiru. Biyyoonni lamaan qaroominaa fi…
Oduu biyya keessaa Asoosaatti Warshaan Zayitaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti Warshaan Zayitaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera. Pireezidaantiin…
Biiznasii Boba’aa seeraan ala raabsamu to’achuuf tarkaanfii fudhatamu cimee itti fufa-MDWHN Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) –Boba’aa seeraan ala raabsamu to’achuuf tarkaanfii fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’uu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasiin Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbuu Poolisiin Kutaa Magaalaa Haramaayaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 55 olitti tilmaamaman to’ataman Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Guraandhala 7 – 13, 2017tti hordoffii taasiifameen Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 55 olitti tilmaamaman to’atamuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa… Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Baaroo Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee bu’uuraa uummanni kaasu deebisuuf hojjetamaa jira – Aadde Caaltuu Saanii Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalaa Walqixxeetti mariin ummataa taa’amaa jira. Akka biyyatti qormaatilee hedduu ce’uun bu’aa gaariin…
Oduu biyya keessaa Komishinichi waltajjii ajandaa walitti qabuu qaamoleen qoodafudhattoonni federaalaa itti hirmaatan… Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) –Komishiniin maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa qooda fudhattoota sadarkaa federaalaa maricha irratti hirmaachuu qabu jedhe irraa ajandaa walitti qabuuf…