Finfinneetti sosochiin ga’umsa qaamaa hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Finfinneetti sosochiin ga'umsa qaamaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffameera.…