Fayyaa Ashaboo fi Fayyaa Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Ashaboon gosoota mi’eessituu nyaataaf oolan keessaa tokko. Fayyadamni ashaboo soodiyeemii yommuu dabalu dhiibbaan dhiigaa, rakkooleen fayyaa onneen…
Oduu biyya keessaa Mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Mariisisummaa Pireezidaantii Turkii Reesiip Xaayiib Erdohaaniin Ankaaraatti gaggeeffamaa kan ture mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame.…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Liiverpuul Giroonaa injifate Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Taphoota ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Giroonaa injifateera. Liiverpuul galchii 1 fi 0n Giroonaa…
Oduu biyya keessaa Hidhattoonni hafan waamicha nageenyaa akka fudhatan Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo waamicha dhiyeesse Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo Bosonatti hafan waamicha nageenyaa akka fudhatan Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo waamicha dhiyeesseera. Waliigaltee…
Ispoortii Walaayittaa Diichaa 2 – 2 Adaamaa Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan torbee 11ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaa waliin galchii 2 baheera. Sintaayyoohu Mangistuu fi Nabiil Nuuriin Adaamaaf…
Oduu biyya keessaa Jilli Hoggantoota olaanoo Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu godina Baalee Bahaatti hojiilee… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Jilli Hoggantoota olaanoo Mootummaa federaalaa fi Naannoo Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Baalee Bahaa Aanaa Daawwee…
Ispoortii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 8ffaan Magaalaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Fedhii dhiyyeessa oomishaalee beelladaa guutuuf hojjetamaa jira – Dooktar Girmaa Amantee Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Fedhii dhiyyeessa oomishaalee beelladaa hawaasni qabu guutuuf sagantaan biyyaalessaa qophaa’uun hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.…
Uncategorized Qophiin marii Daldala Addunyaa Jeeneevaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Gareen Hoggantoota Olaanoo Mootummaa Itiyoophiyaa qophii marii Daldala Addunyaa Jeeneevaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru. Walga’ii Hojii Garee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Mandara Qulqullinaa daawwatan Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee Mandara Qulqullinaa daawwataniiru. Meeshaalee Raaboraatoorii qulqullina Oomishaalee damee fayyaa, Ijaarsaa,…