Oduu biyya keessaa Qondaaltoota olaanoo duraanii WBO’f Muudamni kenname Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Qondaaltoota Waraana Bilisumma Oromoo waliigaltee araaraa fudhachuun galaniif mootummaan naannoo Oromiyaa muudama kenneera. Nageenya waaraa…
Fayyaa Kantibaa Adaanech Abeebeen giddugala gahumsa narvii daa’immanii fi yaalii baqaqsanii yaaluu… Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Hospitaala Yaadannoo Zawdituutti giddugala gahumsa narvii daa'immanii fi yaalii baqaqsanii yaaluu…
Oduu biyya keessaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Balaa kanaan miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Dubartoota Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 marsaa jalqabaa ni…
Oduu biyya keessaa Oomishaa fi oomishtummaa Qamadii dabaluuf deeggarsi Teeknooloojii qonnaa taasiifamaa jira jedhame Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Oomishaa fi omishtummaa Qamadii dabaluuf qonnaan bultoonni teeknooloojjiitti akka fayyadaman deeggarsa kennaa jiraachuu Giddu Galli Qorannoo Qonnaa…
Fayyaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee Fayyaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee Fayyaan tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallateessaniiru. Sirna fayyaa tumsuu fi Hojmaata Hospitaala…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Murtoofi kallattii Paartiin Badhaadhinaa dabarserratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Godinaaleefi Magaalota Oromiyaa garagaraa keessatti murtoo fi kallattii Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartiin Badhaadhinaa dabarserratti mari'atamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma Sululaa jijjiirama qabatamaa argamsiisaa jira – BQO Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Hojiin misooma Sululaa jijjiirama qabatamaa argamsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Bara kana Amajjii 15, 2017 eegalee lafa…
Biiznasii Raashiyaan, tattaaffii Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf taasisaa jirtu nan… Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Jila Ministira Misooma Dinagdee fi Daldalaa Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Ibidda Bosona Paarkii Gaarreen Arsiitti qabate too’achuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) - Ibidda Bosona Paarkii Gaarreen Arsiitti qabate too'achuuf hojjetamaa jiraachuu Dhaabbanni paarkii Gaarreen Arsii beeksise. Bosona Paarkii Gaarreen…