Taphni xumuraa Eelkilaasikoo har’a Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Eelkilaasikoo Waancaa Suppar Kaappii Ispeeniin falmiin har'a Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin Saa'ud Arabiyaatti taasisu ni eegama.…