Ispoortii Giraahaam Pootar Leenjisaa Weest Haam ta’uun muudaman Sifen Megersa Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Leenjisaan duraanii Cheelsii fi Biraayitan Giraahaam Pootar Leenjisaa Weest Haam ta’uun muudamaniiru. Leenjisaa Kilabichaa kan turan Julan…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Muka Xurii yoo injifatu, Yuuniversiitiin Dambi Doolloo… Sifen Megersa Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 9ffaan Dambi Doolloon Muka Xurii yoo injifatu, Yuuniversiitiin Dambi Doolloo ammoo Gincii waliin qabxii…
Biiznasii Dhaabbatichi oomishaalee Birrii biiliyoona 2.6 baasaan gabaaf dhiyeesse Sifen Megersa Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa baatiwwan shanan darban keessa oomishaalee Birrii biiliyoona 2.6 ol baasaan gabaaf dhiyeessuu…
Idil Addunyaa Balaan Ibiddaa Loosaanjalasitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 57 ta’u barbadeessuu… Sifen Megersa Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Balaan Ibidda Loosaanjalasitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 57tti tilmaamamu barbadeessuu gabaafame. Balaan Ibidda Ameerikaa Kibba…
Oduu biyya keessaa Hojiin Bu’uuraalee misoomaa bakka jijjiiruu dhuma Baatii Amajjii ni xumurama – Tajaajilicha Sifen Megersa Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Misooma Koriidariif hojiin Bu’uuraalee misoomaa Elektirikii bakka jijjiiruu hanga dhuma Baatii Amajjii 30, 2017tti kan xumuramu ta’uu Tajaajilli Elektirika…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Geejjibaa hojmaata badaarraa bilisa ta’e kennuuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jira… Sifen Megersa Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Buufataalee Konkolaataa fi imala Geejjibaarratti jechoonni duudhaa, safuu fi aadaa hawaasaa hinsafeeffanne wayita dubbataman mul’atu. Maamilli gooftaadha…
Uncategorized Uummatatti dhiyaachuun tajaajila kennamaa jiruun qisaasama qabeenyaafi yeroo hambisuun danda’amuu… Sifen Megersa Jan 8, 2025 0 Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Uummatatti dhiyaachuun tajaajila kennamaa jiruun qisaasama qabeenyaafi yeroo hambisuun danda’amuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Naannoo…
Teeknooloojii Baankichi filannoowwan Diijitaalaan Birrii Tiriiliyoona 5.3 daddabarsuu beeksise Sifen Megersa Jan 8, 2025 0 Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa baatiwwan jahaan darban filannoowwan Diijitaalaan Birrii Tiriiliyoona 5.3 daddabarsuu beeksiseera. Baankiin Daldala…
Uncategorized Chaayinaatti Kirkira Lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’aanii 126 qaqqabuu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2025 0 Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Kibba Lixa Chaayinaa kutaa bulchiinsa Tiibeetiitti Kirkira Lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’aanii 126 yoo qaqqabu, namoota 188 irra miidhaan qaamaa gahuu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee Barnootaa olaanoo dhuunfaa 84 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Jan 8, 2025 0 Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa irra deebiin akka galmaa’an waamichi dhiyaateefii osoo hin galmaa’ina hafan 84 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan…