Jimmaatti buna toonii kuma 200 ol gabaa giddu galaaf dhiheessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Godina Jimmaatti Buna toonii kuma 200 ol gabaa giddu galaaf dhiheessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Godinichatti bara kana Buna toonii kuma 300 fi…