Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Gimbiin Leeqaa injifate Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaa har’a taphatameen Bulchiinsi Magaalaa Gimbii Kilaba Leeqaa injifateera. Tapha har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef deeggarsa taasise Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef qorichaalee adda addaa deeggarsa taasiseera. Waajjirichi dhaabbata miti mootummaa 'Good…
Oduu biyya keessaa Daandiin Baaburaa gara milkaa’inaatti imalaa jira – Injinar Taakkalee Uumaa Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibuutii daandii milkaa’inaarra jiraachuu Hojii Raawwachiisaa olaanaan dhaabbichaa Injinar Taakkalee Uumaan…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Loos Anjelesitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 24 qaqqabe Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Balaan Ibiddaa Ameerikaa kutaa Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa magaalaa Loos Anjelesitti mudate hanga ammaatti lubbuu nmoota 24 galaafachuu ibsameera. Balaa…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan itti aanaan uwwisni Duumeessaa fooyya’aan ni jiraata – Inistiityuuticha Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Guyyoottan itti aanaan kutaaleen biyyattii tokko tokko qilleensa Jiidhaa fi uwwisa Duumeessaa fooyya’aa kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Oduu biyya keessaa Ejensichi Balfa Toonii Kuma 400 fi kuma 56 ol dhabamsiise Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Ejensiin Bulchiinsa Qulqullina magaalaa Finfinnee walakkaa Waggaa bara 2017tti balfa Toonii kuma 400 fi kuma 56 ol dhabamsiisuu beeksiise. Kana keessaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis, Poolkaagaamee waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Kiigaalitti Pireezidaantii Ruwaandaa Poolkaagaameen waliin mari'ataniiru.…
Ispoortii Yuunaayitiid Arsenaal injifate Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha FA marsaa 3ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal injifateera. Sa'aatiin idilee galchii 1 qixa xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Yuunaayitiid…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwatan Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwachuun gamaaggamaniiru. Hojichi…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha Obbo Bulchaa Dammaqsaa raawwate Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Sirni awwaalcha Gameessa Siyaasaa fi Ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Bakka Awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti raawwateera. Maatii,…