Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaa Tiraafikaa hir’isuu ibsame
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaan Tiraafikaa akka hir'atu taasisuu Abbaan Taayitaa Manaajimantii Tiraafikaa magaalichaa beeksiseera…