Biiznasii Konkolaattoonni boba’aa fe’anii dhokatanii turan to’ataman Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Bootteewwan Boba'aa fe'anii iddoolee garaagaraatti dhokachaa turan to'atamuu Abbaan Taayitaa Boba'aa fi Inarjii beeksise. Biiroon Daldalaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen dhaabbichaa hubachiise Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Damichi humna guutuun oomishuun addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Indaastirii fi Albuudaa hubachiise.…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna – Aadde… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu’uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu'uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara fayyadamummaatti jijjiiruuf xiyyeffannoo olaanaan socho'aa…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti gurmaa’insa caasaa Ganda Dhaamottuu… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejeree Ganda Dhaamottuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bahiirdaaritti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Bahiirdaar Ganda 16 naannawaa Gudoo Bahiir jedhamutti kaleessa galgala balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera. Konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw…
Ispoortii Atileet Ruut Aagaa fi Daawwit Waldeen fiigicha Maaraatoonii Chaayinaatti gaggeeffame injifatan Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Atileet Ruut Aagaa fi Daawwit Waldeen fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Shiyaameenitti gaggeeffame riikkardii fooyyessuun injifatan. Atileet Ruut Aagaan…
Oduu biyya keessaa Tarminaalli Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbifamaa jira Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Roobeetti Tarminaalli keessummeessa maamiltootaa Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbifamaa jira. Pireezidaantii Mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti kutaaleen hawaasaa leenjii sagantaa Seeftineetii fudhachaa turan eebbifaman Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinneetti kutaaleen hawaasaa leenjii sagantaa Seeftineetii fudhachaa turan eebbifaman, Mudde 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti kutaaleen hawaasaa galii gadaanaa qaban leenjii…