Ispoortii Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee injfatte Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Feestivaal Ispoortii Humnoota Waraanaa Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce’aa jira – Dooktar… Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce’aa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Boqonnaa…
Idil Addunyaa Tiraamp Chaayinaa, Meeksikoo fi Kaanaadarratti taarifa haaraa murteessuufi jedhame Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Doonaald Tiraamp aangotti deebi’aanii guyyoota muraasa keessatti Chaayinaa, Meeksikoo fi Kaanaadarratti taarifa haaraa kan murteessan ta’uu beeksisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan… Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan du’an miti jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni Baayerni Muunik – PSG fi Arsenaal – Ispootiingi… Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegalee ni taphatamu. Har’a taphoonni 9 kan taphataman yoo ta’uu galgala…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa… Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jiruudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 4 ol irraa oomishni walitti qabame Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaraa miiliyoonaa 4 ol irra oomishni walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Lafa hektaara…
Oduu biyya keessaa Konfiraansii Nageenyaa Ardii Afrikaarratti agarsiifni suuraa baname Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Konfiraansii Nageenyaa Ardii Afrikaa mata duree ‘Afrikaa Badhaatee fi nagaa taate haa ijaarru’ jedhuun magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan rakkoon Afrikaa, Afrikaan akka furamu ejjennoo qabdu qabatamaan agarsisaa jirti – Pir.… Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan rakkoon Afrikaa, Afrikaan akka furamu ejjennoo qabdu qabatamaan agarsiisaa jiraachuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Idil Addunyaa Hizboolaahiin Misaa’elaa fi Dirooniin Israa’eel haleele Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Hizboolaahiin Misaa’elootaa fi Diroonoota hedduun Israa’eel haleeluu Raayyaan Ittisaa Israa’eel beeksise. Waraanni Israa’eelii fi Hidhattoota Libaanoos…