Oduu biyya keessaa Konfiraansiin Nageenyaa Ardii Afrikaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Konfiraansiin Nageenyaa Ardii Afrikaa mata duree ‘Afrikaa Badhaatee fi nagaa taate haa ijaarru’ jedhuun magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Imaamaannii fi Tarsiimoon mootummaan hojiirra oolche jijjiirama qabatamaa fidaa jira – TKM Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuuf Imaamaannii fi Tarsiimoon mootummaan hojiirra oolche jijjiirama qabatamaa fidaa jiraachuu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni biyyoota Afrikaa adda addaa Finfinnee galan Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Ministiroonni biyyoota Afrikaa garagaraa konfiraansii nageenyaa Ardii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Haaluma…
Ispoortii Maanchiisteer Siitii 0 – 4 Tootenhaam Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin dirree ofiirratti Tootenhaamiin injifatameera. Tootenhaam…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Nootiingihaam Forest Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal, Biraayitanii fi Woolviis morkattoota isaanii injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Magaalaa Dirre Dhawaa fi Hararitti hojiilee misoomaa… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasisan Magaalaa Dirre Dhawaa fi Hararitti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru. Hojiilee…
Biiznasii Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluufi Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Magaalaa Adwaatti Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluuf ta'uu ibsame. Zoonii Indaastirii Adwaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa adeemsa ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwatan Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa qaama Piroojektii Maaddin Biyyaaf kan ta'e ijaarsa Loojii Gar'aaltaa daawwataniiru. Ministirri Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu bakka bu’uunsi… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Damee Bobbii Hojii Alaan Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu beekamtii fi bakka bu'uunsi kenname kan hin jirre…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Maayinteeksii fi Teeknooloojii Albuudaa bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa'e bananiiru. Sirna…