Aadde Adaanech rakkoo mana jireenyaa furuuf manneen ijaaramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen rakkoo mana jireenyaa furuuf manneen jireenyaa ijaaramaa jiran daawwataniiru.
Adeemsa ijaarsaa…