Ispoortii Maanchuriyaan Darbii 195ffaa Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan kilaboonni masaanuun magaalaa Maanchisteer, Siitiifi Yuunayitid har'a yeroo 195ffaaf morkiin taasisan ni eegama.…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri rakkoon teeknikaa isa mudate daqiiqaa 30 booda deebi’ee qubate – Daandii… Sifen Megersa Dec 15, 2024 0 Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Itiyoophiyaa Finfinneerraa gara Dubaayi imala eegalee ture rakkoo teeknikaa isa mudateen daqiiqaa 30 booda deebi'uun qubachuu Daandiin Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Kaadhimamtoonni Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’uuf dhiyaatan falmii filannoo… Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC) – Kaadhimamtoonni Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta'uuf dhiyaatan har'a galma walga'ii gamtichaatti falmii filannoo gaggeessaniiru. Tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun… Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa har'a gaggeesseen ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari'achuun…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreen haleelte Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreenirratti haleellaa bal’aa ta’e raawwachuu Raayyaan Ittisaa biyyattii beeksise. Haleellaan kun haleellaa…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaatti miseensoonni WBO karaa nagaan galaa jiru Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaa aanaalee garaagaraatti miseensoonni WBO karaa nagaan galaa jiru. Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaa Aanaalee…
Oduu biyya keessaa Jilli Piroofesar Birhaanuun durfamu Godina Arsii aanaalee adda addaatti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan durfamu Godina Arsii aanaalee garaagaraatti hojiilee misoomaa daawwate. Jilli kun aanaa…
Biiznasii Dooniin Xaa’oo biyyoo Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii geesse Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Dooniin Xaa’oo biyyoo Daappii jedhamu Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii gahuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise. Xaa’oon…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Magaalaa Samaraatti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa fi Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Magaala Cichoomtuu onnee Afrikaa; Finfinnee Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Daayrekarri Olaanaan Mana Barumsa Biyyaalessa Afrikaa Kibbaa Buusaanii Nigkaaweeniin waa'ee magaalaa Guddaa Afrikaa Finfinnee Deeyilii Maaviikiin…