Idil Addunyaa Naamiibiyaan Pireezidaantii dubartii jalqabaa filatte Sifen Megersa Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Naamiibiyaan filannoo falmisiisaa ta'e torbee darbe erga gaggeessitee booda Pireezidaantii dubartii jalqabaa filachuu ibsameera. Komishiniin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti har’a Magaalaa Goondaritti kabajama Sifen Megersa Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa Itiyoophiyaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti har’a Magaalaa Goondaritti kabajama. Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Saa’uud Arabiyaan hariiroo gamhedduu Itiyoophiyaa qabdu caalmaatti guddisuuf fedhii qabaachuu… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Aanaa Ministira Qonnaa Saa'uud Arabiyaa Ahimad Biin Saaliihii Biin Ayidaahii Al…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Atileetota Badhaasa Atileetii cimaa/cimtuu waggaa injifataniin baga gammaddan… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen badhaasa Atileetota Badhaasa Atileetii cimaa/cimtuu waggaa injifataniin baga gammaddan jedhaniiru.…
Ispoortii Giiniitti murtoo Murteessaan kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa mudateen lubbuun… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Giiniitti murtoo Murteessaan tapha kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 56 darbuu gabaafame. Tapha Kubbaa Miilaa…
Idil Addunyaa Chaansilar Oolaaf Shooliiz Yuukreeniif deeggarsa waraanaa dabalataa taasisuuf waadaa galan Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Chaansilarri Jarman Oolaaf Shooliiz Yuukreeniif deeggarsa waraanaa dabalataa taasisuuf waadaa galaniiru. Chaansilar Oolaaf Shooliiz Yuukreenitti…
Oduu biyya keessaa Abjuun biyya diiguu humnoota Finxaaleyyii fi Shororkeessitootaa tumsa Raayyaa Ittisaa fi Ummataan… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Abjuun biyya diiguu humnoota Finxaaleyyii fi Shororkeessitootaa tumsa Raayyaa Ittisaa fi Ummataan fashalaa’uu Ajajaan Komaandoo fi Ajaje Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti leenjiin Interpireenashiippii dargaggootaaf kennamaa jira Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Godinaalee, Magaalotaa fi Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti leenjiin Interpireenashiippii dargaggootaaf kennamaa jira. Magaalaa Jimmaatti leenjiin kun…
Oduu biyya keessaa Hojjetaan Daandii qilleensa Itiyoophiyaa Doolaara kuma 50 lafaa argame abbaa qabeenyaaf deebise Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Hojjetaan Daandii qilleensa Itiyoophiyaa Doolaara kuma 50 lafaa argame abbaa qabeenyaaf deebiseera. Hojjetaan Kutaa nageenyaa Obbo Fireezar Baqqalaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti lafti Hektaarri miiliyoonni 1.3 Jallisii Boneen Qamadiin faca’e Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 1.3 Jallisii Boneen Qamadiin faca'uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera. Bara kana lafa…