Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mowuliidaa Masjiida guddicha Anwaaritti kabajame Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaanni Mowuliidaa waggaan kumni 1 fi 499ffaan Finfinnee Masjiida guddicha Anwaaritti kabajameera. Abbootiin Amantaa, Hordoftoonni Amantichaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mowuliidaa Magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti kabajame Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalaa Jimmaafi naannoosheetti sirna ho'aa ta'een kabajameera. Ayyaanichii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mowuliidaa Magaalota garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalota garaagaraatti kabajameera. Ayyaanichii magaalaa Hararii, Walaayittaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaan tumsa waraanaa qaban cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Chaayinaan tumsa waraanaa qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Jilli Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siidinii injifatan Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Awustiraaliyaa magaalaa Siidiniitti gaggeeffame injifataniiru. Fiigicha dubartoota gidduutti…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandin taphni darbii Kaaba landan har’a taphatamu hawwiin eegama Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 4ffaan taphni har’a Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu hawwiin eegama. Taphni darbii kaaba Landan…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Badhaasa GeejjibaTurizimii olaanaa badhaafame Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Geejjiba Turizimii olaanaa badhaafameera. Fooramii hoggansaa Turizimii 2024 Boostiwaanaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru. Aadde Adaanech daawwannichaan booda…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Ifa Boruu Magaalaa Shireetti ijaaramaa ture xumuramuun tajaajilaaf qophaa’e Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Deeggarsa Mootummaan Naannoo Oromiyaan Baasii Birrii miiliyoona 179'n Magaalaa Shireetti kan ijaarame Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa xumuramuun…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa badhaasa ‘Istaar Waayid Awwaardi’ bara 2016 argate Sifen Megersa Sep 13, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata mootummaa tajaajila si’ataa kennu jedhamuun sagalee ummataan badhaasa‘Istaar Waayid Awwaardi’ bara 2016…