Oduu biyya keessaa Manni marichaa mooshinii dhiyaate raggaasise Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga'ii Idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa har'a gaggeesseen mooshinii ejjennoo mootummaa bara 2017…
Oduu biyya keessaa Injinar Taakkalee rakkoolee daandii Baaburaa Itiyoo – Jibutii mudachaa jiran haala furuun… Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Daandii Baaburaa Itiyoo - Jibutii Injinar Taakkalee Uumaan rakkoolee sarara daandicharraatti mudachaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 4.3’f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira –Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Bara baajataa kana Lammiilee miiliyoona 4.3'f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Damee Qonnaan…
Oduu biyya keessaa Idaan alaa Itiyoophiyaa % 30.6 ture yeroo ammaa % 13.7 gadi bu’eera –Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Idaan alaa Itiyoophiyaa % 30.6 ture yeroo ammaa % 13.7 gadi bu’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Bara kana % 10 gadi gadi…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 bara Yaada riifoormii,gochaatti jijjiiruun Itiyoophiyaa qabatamaan jijjiiruu eegallu ta’a… Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Bara oomishaa 2017 guddina diinagdee % 8.4 galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gahee dippiloomaasii naannawaa, ardii fi sadarkaa idil addunyaatti qabdu guddisuun… Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan gahee dippiloomaasii naannawaa, ardii fi sadarkaa idil addunyaatti qabdu guddisuun tumsaan kan hojjettu ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Sirna Barnootaa kan fooyyessinu dhaloota Itiyoophiyaa hiyyummaa keessaa baasuu danda’u horachuufi… Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera Barnootaa raawwii hojii kurmaana jalqabaa bara 2017 irratti mari’ataniiru. Sirna Barnootaa biyyattii…
Oduu biyya keessaa Ragaan mirkaneessa qabiyyee lafaa miiliyoonni 28 qonnaan bultootaaf kannamuu ibsame Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Ragaan mirkaneessa qabiyyee lafaa sadarkaa 2ffaan miiliyoonni 28 qonnaan bultootaaf kannamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Deeggarsa Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Miseensi Poolisii qoricha sammuu namaa adoochuu to’atamerraa hir’isuun dhokse adabbii cimaa fi… Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Miseensi Poolisii Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti qoricha sammuu namaa adoochuu namoota dhuunfarraa to’atame hir’isuun dhokse jedhamuun…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa loltoota kuma 10 gara Raashiyaatti erguu Ameerikaan beeksifte Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa loltoonni kuma 10 ta’an Raashiyaa tumsuun Yuukreen akka waraanaan gara Raashiyaatti erguu Ameerikaan beeksifte. Loltoonni…