Oduu biyya keessaa Torbeen Turizimii Oromiyaa 6ffaan eegale Sifen Megersa Sep 29, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2019 (FMC) –Torbeen Turizimii Oromiyaa marsaa 6ffaan eegaleera. Sagantaan baniinsaa bakka Ministirri Turizimii Salaamaawwiit Kaasaafi qaamolee garagaraa biyya…
Oduu biyya keessaa Mootummaa fi biyya cimaa ijaaruuf murannoon ni hojjenna – Miseensota Caffee Oromiyaa Sifen Megersa Sep 29, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2019 (FMC) – Imaanaa Ummataan nutti kenne amanamummaan raawwachuun Mootummaa fi biyya cimaa ijaaruuf murannoon ni jedhan Miseensotni Caffee Oromiyaa bara hojii Caffee…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee akkan tajaajilu irra deebisee… Sifen Megersa Sep 28, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Yaa’ii Caffee duraa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 7ffaa har’a gaggeeffame ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Kabaja Ayyaana Damaraa Masqalaaf qophii gahaan taasifame – Kantibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Ayyaana Damaraa Masqalaa akkaataa duudhaa amantichaa eegeen kabajuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaan Barreessaa Ittaanaa ergama Nagaa kabachiisaa Mootummoota Gamtoomanii waliin… Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaan Barreessaa Ittaanaa ergama Nagaa kabachiisaa Mootummoota Gamtoomanii Jiin Piiyar…
Idil Addunyaa Ajajoonni Waraanaa Turkii, Saa’ud Arabiyaa fi Paakistaan Riyaaditti walgahuufi Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Ajajoonni Waraanaa Turkii, Saa’ud Arabiyaa fi Paakistaan haala sosochii Finciltoota Huutiiwwaniif deebii kennuun akkaataa danda’amurratti mari’achuuf…
Oduu biyya keessaa Ayyaanota tokkummaa fi waloomaa: Masqalaa fi Irreecha Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) –Ayyaanni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Finfinneetti akkaataa duudhaa isaanii eeganiin kabajamu. Duudhaaleen tokkummaa kunneen miidhagina magaalaattii,…
Oduu biyya keessaa Fakkeenya haaraa walitti hidhamiinsa naannawaa Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gaanfa Afrikaatti walitti makamuu qabeenya dinagdeef boqonnaa guddaa kan bane, Pirojektii tarsiimawaa mootummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii waliin ta’uun…
Ispoortii Waaliyaawwan har’a gita isaanii Sudaan Waliin taphatu Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf har’a Gita isaa Sudaan waliin taphata. Taphni ramaddii jalqabaa kun…
Uncategorized Magaalaa Finfinneetti yeroo murtaa’eef sosochiin Doqdoqqee dhorkame Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Har’a irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti geejjibni doqdoqqee dhorkameera jedhe Qajeelchi Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee. Qajeelchi Poolisii…