Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Obbo Zagayyee Asfaawu raawwate Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Sirni Awwaalchaa obbo Zagayyee Asfaaw bakka hoggantootni Mootummaa olaanoo, maatiifi dinqisiifattoonni isaanii argamanitti raawwatameera. Sirni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ministira Muummee Hindii waliin mari’atan Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Ministirri Ministira Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiiwoos Ministira Muummee Hindii Naareendiraa Moodii waliin mari’ataniiru. Dooktar Geediyoon, Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waa’ee Itiyoophiyaa fi Finfinnee… Sifen Megersa May 14, 2026 0 Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadii fi Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez bakka argamanitti, Itiyoophiyaan ayyaana hundeeffama waggaa 80ffaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan dhimma Taayiwaanirratti Ameerikaan walitti bu’uu dandeessi – Pireezidaanti Shii Jiinpiing Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing Chaayinaan dhimma Taayiwaanirratti Ameerikaan waliin walitti bu’iinsa keessa galuu dandeessi jedhan. Mariin…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa obbo Zagayyee Asfaaw har’a raawwata Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Sirni awwaalchaa obbo Zagayyee har’a Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatederaalii Qulqulluu Sillaaseetti raawwata. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Buna Sidaamaa…
Oduu biyya keessaa Antooniyoo Guutareez Finfinnee galan Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018 (FMC) – Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez galgala kana Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee Ittaanaan obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Hambaaleen gara Biriitaaniyaa fudhatamanii turan Itiyoophiyaaf deebi’an Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Hambaaleen duula Maqdalaan gara Biriitaaniyaa fudhatamanii turan har’a Itiyoophiyaaf deebi’aniiru. Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa hambaalee…
Oduu biyya keessaa Nageenyii fi tasgabbiin bu’ura mul’ata Itiyoophiyaati – Dooktar Geediyoon Ximootiiwoos Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Nageenyii fi tasgabbiin bu’ura mul’ata Itiyoophiyaati jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiiwoos. Dooktar Geediyoon…
Ispoortii Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigii Saa’udii ta’uufi Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Liigii Proo Saa’udii keessatti bara dorgommii 4ffaa dabarsaa kan jiru Kiristiyaanoo Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigichaa ta’uuf fiixerra…