Oduu biyya keessaa Ifxarri Daandirraa Sambata dhufu gaggeeffamuufi Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Ifxarri guddaan Daandirraa 6ffaan mata duree ‘Najjaashii kabaja biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamuufi jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Ispoortii Falmii yaaddoo gara gadiitti bu’uurraa ooluuf taasifamu… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Sarara gara gadii bu’uurraa qabxii tokkoon qofa fagaatee kan argamu Tootenhaam morkiin har’a Kiristaal Paalaas waliin taasisu ni eegam. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Dargaggeessa aadaa, duudhaafi safuu beekee hawaasa keessatti fakkeenya gaarii ta’e horachuun… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) - Yaa’iin Dargaggoota Oromiyaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira. Yaa’icha mata duree 'Dhaloota dubbisuutu waan dubbatuufi waan hojjetu…
Oduu biyya keessaa Garaagarummaan jiraachuun uumama, garuu garaagartee humnaan furuuf yaalutu dogongora – Dooktar… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) -Garaagarummaan jiraachuun uumama, garuu garaagartee humnaan furuuf yaaluun dogongora guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Fayyaa Facaatii dhibee Busaa guutummaatti to’achuuf hojjetamaa jira – BFO Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Facaatii dhibee Busaa guutummaatti to’achuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Waggoottan darban weerarri dhibee Busaa tasa mudachuun…
Ispoortii Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Bunni Sidaamaa galchii 1 fi…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 ol mootummaa dhabsiisan himataman Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Hojjettootaa fi nama dhuunfaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 ol mootummaan argachuuf qabu dhabsiisanirratti himanni banameera. Ministeera…
Oduu biyya keessaa Sirni Shaabiyaa lammata ummata keenya akka miidhu carraa hin laannu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Sirni Shaabiyaa lammata ummata keenya akka miidhu carraa hin laannu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yoo yaalanis yaalii isa…
Oduu biyya keessaa Aadaan sirnaa fi haala uumamurratti hundaa’uun amala jijjiirataa deema malee hin badu – Obbo… Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Aadaan sirnaa fi haala uumamurratti hundaa’uun amala jijjiirataa deema malee hin badu jedhan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyatti Dursaan Garee…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’a taphoonni 5 ni taphatamu Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’a taphoonni murteessoon 5 ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 4:30 jalqabee taphoonni 4 kan taphataman…