Oduu biyya keessaa Mariin Itiyoophiyaa haa cimsinu… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Mariin rakkoolee walxaxaa karaa nagaa, qaroomee fi waaraan furuuf dandeessise. Waldhabdee humnaan hiikuuf yaaluu caalaa, marii fi marabbaan furuuf hojjechuun faayidaalee heddu qaba.…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa ergaa baga gammaddanii dabarse Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa ergaa baga gammaddanii dabarseera. Guutuun ergichaa haala armaan gadiin dhiyaatera. Manni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan raawwachuu ni dandeessi… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Itiyoophiyaan qormaatilee walxaxaa ishee mudate dandeettii ofii fi beekumsa xabbootiin furuun gara badhaadhinaatti ce’uu akka dandeessu yeroo yeroon addunyaaf agarsiisaa jirti.…
Teeknooloojii Daataan Hidda dhiigaa sirna diijitaalaati Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Daataan humna olaanaa sosochii odeeffannoo, murtoo fi kalaqaa sadarkaa idil addunyaa ta’eera. Har’a dhaabbilee jajjaboon fedhii maamiltootaa…
Idil Addunyaa Seeneetiin Ameerikaa murtee humna waraanaa biyyattii waraana Iraan keessa baasuuf dandeessisu… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) –Seeneetiin Ameerikaa Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Humna Waraanaa biyyattii waraana Iraan keessa akka baasu seera ajaju sagalee olaanaan…
Teeknooloojii Sonni Diijitaalaa nageenyummaan isaa eegame birmadummaa biyyaaf bu’uura – Aadde Tigist Hamiid Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Sonni Diijitaalaa nageenyummaan isaa eegame birmadummaa biyyaaf bu’uura jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Eemiiriin Kaataar Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Eemiiriin Kaataar Sheek Taamiim Biin Haamaad Al Taaniin Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa injifachuu hordofee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Burundiin nageenyaa fi badhaadhina Afrikaaf walitti hidhamiinsaan hojjetu -Dooktar… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Burundiin nageenyaa fi badhaadhina Afrikaaf walitti hidhamiinsaan hojjetu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Burundii Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Burundii fi Dura Taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Eevaariistin Nidaayishimiyeen Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartii…
Ispoortii Taphoonni marsaa 3ffaa Waancaa Addunyaa har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Siwiizarlaandi Kaanaadaa waliin taasiftu ni eegama. Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon…