Ispoortii Arsenaal 2 – 3 Maanchiister Yuunaayitiid Sifen Megersa Jan 25, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaa har'a taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal injifateera. Taphni torbee 23ffaa akkaan eegamaa…
Ispoortii Feestivaalli Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo 49 hirmachise Jimmaatti gaggefamu eegalame Sifen Megersa Jan 25, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo 49 hirmachise Magaalaa Jimmaatti gaggefamuu eegaleera. Ispoortiin guddina waliigalaa biyya tokkoo…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa gaggeeffamaa ture milkaa’inaan… Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa gaggeeffamaa ture milkaa’inaan goolabameera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa waggaa 90ffaa sababeeffachuun agarsiisa… Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaa…
Oduu biyya keessaa Hojii Misooma Sululaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti… Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti hojii misooma Sululaa hawaasa hirmaachise hojjetamaa jira. Kutaa magaalichaatti bara kana Sululoota adda bahan 4 keessatti…
Oduu biyya keessaa Kantiibaawwan Afrikaa muuxannoo Biiroo Galiiwwanii Finfinnee qooddatan Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kantiibaawwan magaalootaa fi bulchitoonni naannolee Afrikaa muuxannoo qooddachuuf gara Finfinnee dhufan hojiilee riifoormii Biiroon Galiiwwanii hojjetaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa ashaaraa magariisaan magaalonni Itiyoophiyaa jijjiiramaa fi miidhagaa jiru Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Keessattuu biqiltuuwwanii dhabamanii fi bakkeewwan bashannanaa ummataan misoomaan miidhagina magaaloota dabalaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee ibseera. Iddooleen kana dura…
Oduu biyya keessaa Finfinnee giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa –… Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) –Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa fi giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa jedhan Kantibaan magaalichaa Adaanech…
Oduu biyya keessaa Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise naannoo Afaaritti argame Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise kan moggaafni Paaraantirooppis jechuun kennameef nnaannoo Afaar Miillee Loogiyaatti argame.…
Idil Addunyaa Hariiroo biyyoota BRICS cimaa dhufe… Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hojiileen waggoottan darban Raashiyaan hojjette biyyoota miseensaa garichaa gidduutti hariirroon akka cimu dandeessiseera. Hojiileen dippiloomaasii…