Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Puutiin waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 16, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin Bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Ispoortii Morkii Maanchiister Yuunaayiitiidi fi Astoon Viilaa… Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingiliz torbee 30ffaan Taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama. Har'a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Taarikuu Olaanaa du’aan boqotan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Gaazexxeessaa Taarikuun hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Masoob rakkoo kenna tajaajila Seektaraalee Mootummaa furaa jira- Obbo Kaffaaloo Tafarraa Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajila seektaraalee mootummaa hundeerraa akka furuuf hojjetamaa jira jedhan Itti…
Ispoortii Atileettoonni Itiyoophiyaa maaraatoonni See’ul injifatan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Maaraatoonni See'ul Kooriyaa Kibbaatti gaggeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaanuu Injifataniiru. Dorgommii Dhiirotaan Atileet Haftuu…
Oduu biyya keessaa Fichee Caambalaalaan ayyaana nageenyi itti labsamuudha- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Fichee Caambalaalaan ayyaana jibbiinsi fi gadoon dhiifame nageenyi itti labsamuudha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyawu Tashaagar.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Caambalaalaa kabajamaa jira Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiiraa bara haaraa Saba Sidaamaa Fichee Caambalaalaan Sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannicha sababeeffachuun guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti taarifa Geejjibaarratti fooyyeessi gatii taasifame Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) –Biiroon Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Sirreeffama gatii gurgurtaa boba’aarratti taasifame hordofee gatii taarifaa geejjibaa fooyyeesseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti Guyyaan gaddaa Sadii labsame Tsehay Guluma Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo naannawaa adda addaatti balaa sigiga lafaa fi lolaa mudateen lubbuun namootaa darbuu hordofee guyyaan gaddaa…
Oduu biyya keessaa Afyaa’ii Taggasaa Caafoon Godina Gaamootti Maatii lammilee sababa sigiga lafaan lubbuun darbe… Tsehay Guluma Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) - Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taggasaa Caafoon Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamootti argamuun Maatii lammilee sababa sigiga…