Ispoortii Cheelsiin Fulhaam injifate Yonatan Birhanu Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) — Liigii Piriimarii Ingilaandi torban jalqabaa irratti, Cheelsiin Fulhaam 3–2n mo’achuun bara haaraa injifannoon jalqabeera. Goolota Cheelsiif Joo Pedro,…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun Ergaa Baga… Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Ayyaana dhaloota Nabiyyuu Mahaammad (SAW) 1501ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarseera. Guutuun ergaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xuruunaa ayyaana Mawliidaa ilaalchisuun ergaa baga… Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xiruuneh Ayyaana dhaloota Nabiyyuu Mahammad (SAW) waggaa 1501ffaa ilaachisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Ispoortii Atileet Yoomif Qajeelchaa simannaa kabajaan simatame Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Atileet Yoomiif Qajeelchaa Istaadiyeemii Riivart Pileet, ‘Eel Moonumentaal’ jedhamutti addatti simannaa kabajaan simatameera. Atileet Yoomif…
Oduu biyya keessaa Yaadama Ida’amuu fi Pirojektoota Gurguddoo Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) -Dhimmoota ijaarsa fi guddina diinagdee biyyattiif gahee murteessaa qaban keessaa tokko ijaarsa pirojektoota gurguddoo (meeggaa) ti. Itiyoophiyaanis…
Oduu biyya keessaa Shakkiin mo’ameera, qoqqoodinsi kufeera! Yonatan Birhanu Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17,2018(FMC)- Itiyoophiyaan, biyya seena qabeettii shakkii, hoo’a siyaasaa fi walxaxiinsa seenaa keessatti waggoota dheeraaf raafamaa turte, har’a qalama ilmaan isheetiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni mari’atan; Itiyoophiyaanis injifatte Yonatan Birhanu Aug 23, 2026 0 !Finfinnee, Hagayya 16, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan siyaasni humnaa fi walitti bu’iinsi ni ga’a jechuun, garaagarummaa ishee karaa marii qaroomaa fi nagaa qabuun furuuf tarkaanfiin fudhatte,…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaa, injifannoo cimaa guddummaa Itiyoophiyaanotaa agarsiise — Obbo Mahaammad Idiriis Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guddinaafi ulfina Itiyoophiyaa irra deebi’ee kan mul’ise injifannoo guddaa ta’uu Ministirri Nageenyaa Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa guddina biyyaaf tarkaanfii cimaa fi karaa itti fufiinsa qabu yaaduu kan… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 - Pirezidaantiin Taayyee Atsiqe-Sillaasee sirna xumuraa Marii Biyyaalessaa irratti akka jedhanitti, kaayyoon marichaa wabii siyaasaa yeroo gabaabaa argachuu osoo…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kuma 70 fi 544 qabxii yunivarsiitii seenuuf isaan dandeessisu galmeessaniiru –… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) - Barattoota kuma 500 fi kuma 50 fi 210 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatan keessaa, barattoonni kuma 70 fi 544 qabxii yuunivarsiitii…