Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa – Falmituu Cimtuu Afrikaa Yonatan Birhanu Sep 14, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan seenaa dipilomaasii ishee keessatti sagalee waloo Afrikaa dhageessisuu fi faayidaa ardichaa kabachiisuuf falmuu irraa boodatti jettee…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan bu’a qabeessa Itiyoophiyaan hammattoo Yaa’ii BRICS jalatti hojjechaa jirtu Yonatan Birhanu Sep 13, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) — Yaa’iin 18ffaa BRICS mata-duree “Jabaachuu, kalaqa, tumsa fi itti fufiinsa ijaaruu” jedhuun Fulbaana 2 hanga 3, 2018tti magaalaa Niiwu Deelhii, Hindii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yuunivarsiitii Hubannoo Namtolchee Afrikaa addatti fayyadu ijaaraa jirti – Ministira… Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan Yuunivarsiitii Hubannoo Namtolchee Afrikaa karaa fooyya’aa ta’een tajaajiluu danda’u ijaaraa jirti jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Ispoortii Cheelsii fi Liivarpuul morkattota isaanii waliin qabxii qooddatan Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) — Torban 4ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Cheelsii fi Liivarpuul morkattoota isaanii waliin walqixa ba’uun qabxii qooddataniiru. Cheelsiin, Haal…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni aadaa isaanii akka beekaniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019(FMC) — Dargaggoonni aadaa isaanii akka beekanii fi miira jaalala biyyaa akka horataniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Afrikaa keessaa michuu ijoo Raashiyaa ti – Pirezidaanti Putiin Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan Afrikaa keessa michuu ijoo fi amanamaa Raashiyaa ti jedhan Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Ministira Muummee Veetinaam Lii Minh Hung waliin mari’atan Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) — Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Ministira Muummee Veetinaam Lii Minh Hung waliin marii bu’a qabeessa taasisuu isaanii beeksisan. Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Sheek Kaalid Biin Mahaammad Biin Zaayid Al Naahyaan(phd)… Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, dhaaltuu gonfoo mootii Abu Dhaabii kan ta'an, Sheek Kaalid Biin Mahaammad Biin Zaayid Al Naahyaan(Phd) waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Maaleezhiyaatti Imbaasii ishee akka bantu waamichi dhiyaate Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan Maaleezhiyaatti Imbaasii ishee akka bantu, Ministirri Muummee biyyattii Anwaar Ibraahiim waamicha dhiyeessan. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa BRIIKS tumsa waloo gara sona walootti, ciminaafi guddina itti fufiinsa qabuutti jijjiiruuf… Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019(FMC) - BRIIKS tumsa waloo gara sona walootti, ciminaafi guddina itti fufiinsa qabuutti jijjiiruuf dandeettii fi kutannoo bal’aa qaba jedhan Dooktar Abiy Ahimad.…