Pireezidantiin Burundii Ivaaristee Nidaayishimiyee Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo…
Finfinnee, Eebila 1, 2018 (FMC) - Pireezidantiin Rippaabilika Burundii fi Walitti-qabaan Yeroo Gamtaa Afrikaa Ivaaristee Nidaayishimiyee Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala abaaboo kaa'aniiru.…