Ispoortii Ramaddiin Tapha Walakkaa Xumura Waancaa FA Ifoome Yonatan Birhanu Apr 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Ramaddiin tapha walakkaa xumuraa Waancaa FA Ingilaandi ifoomeera. Haaluma kanaan, gara xumuraatti darbuuf Maanchiister Siitiin Saawuzaampitan waliin,…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi pirojeektota qulqullina qabanii fi magaalattii caalaatti miidhagsanii cimee itti fufa… Yonatan Birhanu Apr 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, ijaarsi pirojeektota qulqullina qabanii fi magaalattii caalaatti miidhagsanii cimee itti…
Idil Addunyaa “Duula Ameerikaan miseensa humna qilleensa ishee baraaruuf duulteen xiyyaarota waraanaa hedduu… Yonatan Birhanu Apr 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Waraanni Iraan duula Ameerikaan paayileetii xiyyaara waraanaa F-15 kibba Iraanitti rukutamee kufe oolchuuf taasisteen, xiyyaarota waraanaa hedduu…
Ispoortii Beekamtiin atileetotaaf kenname dhaloota dhufu ni jajjabeessa – Qananiisaa Baqqalaa Yonatan Birhanu Apr 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Beekamtiin mootummaan atleetota gameeyyiif kenne atleetota kalaan ka'ii kan jajjabeessudha jedhe atleet Qananiisaa Baqqalaa. Ministirri Muummee…
Uncategorized Chelsiin Port Veel injifate Yonatan Birhanu Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha dorgommii nuusa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin Chelsiin Port Veel 7 fi 0n injifateera. Tapha galgala sa'aatii 1:15 irratti taphatame…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaar magaalota garaa garaa keessatti hiriirri daggersaa milkaa’ina jijjiirama… Yonatan Birhanu Apr 3, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Waggaa 8ffaa injifannoo jijjiirama biyyaalessaa sababeeffachuun magaalota naannoo Afaar garaa garaa keessatti hiriirri deeggarsaa milkaa'inoota…
Oduu biyya keessaa Qooda Fudhattootni Naannoo Tigraay Ajandaa Isaanii Komishinii Marii Biyyaalessaatti Dabarsanii… Yonatan Birhanu Apr 3, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC)- Qooda fudhattootni naannoo Tigraay ajandaawwan isaanii Komiishinii Marii Biyyaalessaatti dabarsanii kennaniiru. Adeemsi ajandaa walitti qabuu qooda…
Ispoortii Xaaliyaan Waancaa Addunyaan ala ta’uu hordofee pirezidaantiin Feedeereeshinii Kubbaa Miilaa… Yonatan Birhanu Apr 2, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Xaaliyaan Waancaa Addunyaan ala ta'uu hordofee pirezidaantiin Feedeereeshinii Kubbaa Miilaa biyyattii, Gabireel Graaviinaa, fedhii isaaniitiin aangoo…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Yonatan Birhanu Apr 2, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2018(FMC) - Bitootessa 24 guyyaa jijjiiramni itti dhugoome sababeeffachuun Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa dabarsaniiru. Ergaan…
Ispoortii Yaaddoo sarbiinsa mirga namummaa Waancaa Addunyaa 2026 mudachuu malu Yonatan Birhanu Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikoo keessatti gaggeeffamu irratti yaaddoon sarbiinsa mirga namummaa mudachuu danda’a jechuun…