Ispoortii Cheelsii 3-0 Walvis Yonatan Birhanu Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) - Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 11ffaan Chelsiin Walvisiin 3 fi 0'n injifateera. Maaloo Guutoo, Zyo'aawoo Peediroo fi Peediroo Neetoo…
Oduu biyya keessaa Hojii qajeelaa daa’ima du’arraa baraare… Yonatan Birhanu Nov 9, 2025 0 Finfinne, Onkoloolessa 29, 2018 (FMC) - Lammiilee miidhaa irraa eeguun ergama qaamolee nageenyaa keessaa isa tokko. Addumatti ammoo midhaa daa'immanii fi dubartoota irra ga'u ittisuun…
Fayyaa Fooramiin wal’aansa baqaqsanii yaaluu paan Afrikaa eegalame Yonatan Birhanu Nov 5, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC) - Fooramiin wal'aansa baqaqsanii yaaluu Paan Afrikaa Finfinneetti eegalameera. Fooramii har'a dabalatee guyyaa sadiif turu kana Itiyoophiyaatu…
Idil Addunyaa Ameerikaatti balaa xiyyaara fe’umsaa irra ga’een lubbuun namoota 7 darbe Yonatan Birhanu Nov 5, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC)- Ameerikaa Bulchiinsa keentaakiitti xiyyaarri fe'umsaa Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Luwiisviil Muhaammad irraa ka'aa ture kufee caccabuun lubbuun…
Idil Addunyaa Pirezidaantii Itti aanaan duraanii Ameerikaa Diik Cheenii boqotan Yonatan Birhanu Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Pirezidaantii Itti aanaan duraanii Ameerikaa Diik Cheeniin umurii waggaa 84tti boqotan. Du'aan kan isaan ga'e dhibee daranyoo sombaa fi onnee…
Teeknooloojii Itiyoophiyaa fi Faransaay hojii sarara elektirikaa diriirsuu tumsaan hojjechuuf waliigalan Yonatan Birhanu Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee damee sarara elektirikaa diriirsuu sadarkaa giddugaleessaa tumsaan hojjechuuf isaan dandeewaliif mallatteessan.…
Biiznasii Magaalaa Shaggaritti daldala seeraan alaa irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira – Waajjiricha Yonatan Birhanu Nov 3, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 24, 2018(FMC) – Magaalaa Shaggaritti daldaltoota seeraan ala gatii dabalanii fi warreen osoo eeyyama hinqabaatin seeraan ala daldalan irratti tarkaanfii bulchiinsaa…
Ispoortii Dorgommii Maaraatoonii Chaayinaatti dorgomameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan Yonatan Birhanu Nov 2, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Chaaynaa magaalota Beejingii fi Hoonzuutti dorgommii Maaraatoonii dorgomameen ramaddii lamaaniin atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Qulqullina tajaajila tuurizimii fooyyessuun galii damicha irraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira… Yonatan Birhanu Oct 31, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018(Finfinnee) -Qulqullina tajaajila tuurizimii fooyyessuun galii damicha irraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa.…
Ispoortii Yonatan Birhanu Oct 30, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannaa Mootummaan yeroo kamuu caalaa Kubbaa miilaaf kenne itti fayyadamuu qabna jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa…