Xaa’oon kuntaalli Miliyoonni 21 gara biyyaa seenaa jira – Ministeera Qonnaa
Finfinnee 11, 2017(FMC) - Xaa’oon kemiikaalaa qonna gannaa bara 2017/18’f oolu kuntaalli miliyoonni 21 gara biyyaatti geejjibsiifamaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.
Akka ibsa…