Godina Shawaa Bahaatti Miseensonni Shanee 416 harka kennatan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Bahaatti miseensonni Shanee 416 karaa nagaatiin harka kennatan.
Miseensonni kunneen godinicha Aanaa Dugdaa keessa socho'uun hawaasa…