Omisha Aannaanii ulaagaa qulqullinaa hineegne gabaarratti argamu hawaasni akka hinfayyadamne…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Aannaan ulaagaa qulqullinaa hinguunne gabaarratti argaman hawaasni akka hinfayyadamne Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa hubachiise.…