Oduu biyya keessaa Harariitti hojiin ajandaa walitti qabuu eegale Debela Tadesse Aug 10, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)-Naannoo Harariitti hojiin galtee ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu boqonnaan jalqabaa gaggeeffamuu eegaluu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti Abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 747’f eeyyamni invastimantii kenname Debela Tadesse Aug 10, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)-Bara 2016 Naannoo Oromiyaatti abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 747’f eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Indaastirii fi Invastimantii naannichaa beeksise.…
Ispoortii Olompikiin Paaris Dilbata dhufu xumura argata Sifen Megersa Aug 9, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Taphoota Olompikii Paaris Dilbata dhufu xumura argatu Ameerikaan hanga ammaatti baay’ina meedaaliyaan dursaa jirti. Itiyoophiyaan sadarkaa 63ffaarratti…
Idil Addunyaa Ameerikaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadiif deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 536 ifoomsite Sifen Megersa Aug 9, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadiif deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 536 ifoomsuu ibsame. Biyyoota kanneenitti Barreessituu Olaantuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Ogummaa Idil Addunyaa 88ffaa ta’uun galmoofte Sifen Megersa Aug 9, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Misooma Ogummaarratti hojjechaa kan jiru dhaabbanni Ogumma Idil Addunyaa Itiyoophiyaa miseensa 88ffaa taasiisuun galmeesseera. Biyyattiin miseensa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Gamaaggama raawwii hojii mootummaa fi paartii Magaalaa Finfinnee eegalame Sifen Megersa Aug 9, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC)- Waltajjiin gamaggama raawwii hojii mootummaa fi paartii bara baajata 2016 akkasumas marii karoora bara baajata 2017 Magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu eegaluu…
Oduu biyya keessaa Fooyyessi Diinagdee Gooroo taasiifame qooda dameen dhuunfaa Diinagdee keessatti qabu kan guddisuudha… Sifen Megersa Aug 9, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo taasiifame qooda dameen dhuunfaa Diinagdee keessatti qabu kan guddisu ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoon fooyyessa mindaa hojjettoota mootummaa jedhamuun ololfamaa jiru olola Sobaati –… Sifen Megersa Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Odeeffannoon fooyyessa mindaa hojjettoota Siiviil Sarvaantii mootummaa Federaalaa jedhamuun ololfamaa jiru olola sobaa ta'uu Komishinarri Komishinii…
Oduu biyya keessaa Bobbiiwwan tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa tasagabbii fi nageenya biyyaalessaaf… Sifen Megersa Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Bobbiiwwan tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa tasagabbii fi nageenya biyyaalessaaf qooda olaanaa bahachuu Daayrektarri Jeneralaa tajaajilichaa…
Dhugoomsa Ragaa Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota mootummaa jedhamuun tatamsa’aa jiru odeeffannoo… Sifen Megersa Aug 8, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota Siiviil Sarvisii mootummaa Federaalaa jedhamuun tatamsaa jiru odeeffannoo sobaa ta'uu mirkaa'eera.…