Hojiin haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa ittisuu eegalame cimee itti fufuu qaba – MMBBU
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa hojii haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa ittisuu eegale cimsee itti fufuu akka qabu Manni Maree Bakka Bu'oota…