Hawaasni Ayyaana Qilleetti wayita ibiddaa fi elektirikii fayyadamu eeggannoo akka taasisu gaafatame
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Hawaasni Ayyaanaa Qillee Dilbata dhufu kabajamuun walqabatee anniisaa elektirikii fi ibidda wayita fayyadamu eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu…