Oduu biyya keessaa Fiichee Cambalaalaan kabajama jira Debela Tadesse Apr 6, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Ummata Sidaama "Fiichee Cambalaalaan Magaalaa Hawaasaatti sirna hoo'aan kabajama jira. Ayyaannichi Guyyaa kaleessa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Fiichee Cambalalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Ummanni Sidaamaa fi Itiyoophiyaa Duudhaa dhiifamaa, araara, tokkummaa fi gammachuu abbootirraa… Debela Tadesse Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) - Ummanni Sidaamaa fi Itiyoophiyaa Duudhaa dhiifamaa, araara, tokkummaa fi gammachuu abbootirraa dhaalan tikfachuu fi kunuunsuu qabu jedhan…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee tajaajilaa fi bulchiinsaa waarinaan fooyyessuuf xiyyeeffannaan kennameera-MMI Tamasgeen… Debela Tadesse Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Rakkoolee tajaajilaa fi bulchiinsaa waarinaan fooyyessuuf xiyyeeffannaan kennamu Ministirri Muummee Ittaanaan Tamasgeen Xurunaan ibsan. Bakka…
Biiznasii Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame Tsehay Guluma Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa akaakuu hunda haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Hiriira deeggarsaa Finfinneetti gaggeeffamuuf daandiilee cufaa ta’an Poolisiin ifoomse Debela Tadesse Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Hiriira deeggarsaa Magaalaa Finfinneetti boru gaggeeffamuuf daandileen cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee ifoomseera. Hiriirichi nagaan akka…
Oduu biyya keessaa Roobni Waqtii Arfaasaa Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa cimee itti fufa – IRHI Tsehay Guluma Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Roobni Waqtii Arfaasaa Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Maayikiroo Faayinaansii Injifannoo Adwaa dhaabbata abbaa mul’ataa Raayyaa Ittisaa… Debela Tadesse Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Maayikiroo Faayinaansii Injifannoo Adwaa Dhaabbataa abbaa mul’ataa fuulduratti damee diinagdeen Raayyaa Ittisaa fayyadamaa taasisuudha…
Teeknooloojii Itiyoophiyaatti Sirni Faayinaansii Diijitaalaa guddina olaanaa galmeessaa jira – Obbo Maammoo… Tsehay Guluma Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Sirni Faayinaansiin Diijitaalaa guddina olaanaa galmeessaa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo Mihiratuun ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe Tsehay Guluma Apr 5, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe. Konkolaataan…