Oduu biyya keessaa Harka qalleeyyiif manneen jireenyaa 389 dabarfaman Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen harka qalleeyyii fi biyyaaf olmaa kan oolaniif manneen jireenyaa 389 dabarsaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan… Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan Saaqedha jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse,.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaliilaandi daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti… Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Somaaliilaandii Musee Biihii Abdii daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti deebi’aniiru. Pireezidaanti Musee…
Oduu biyya keessaa Bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaa daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jira Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaan qabdu daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Koomishiniin…
Oduu biyya keessaa Agarsisini milkaa’ina dippiloomaasii Ityoophiyaarratti xiyyeeffate torbee dhufu eegala-MDhA Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Agarsiisni milkaa’ina dippiloomaasii Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate torbe dhufu kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti qamadiin Bonaa lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 ol faca’uun ibsame Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti misooma qamadii Bonaa baranaan hanga ammaatti lafti hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 fi 823 faca'uu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 5’n darbanitti lammiileen kuma 144 ol carraa hojii biyya alaa argaachuun ibsame Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 5’n darbanitti lammiileen kuma 144 fi 825 carraa hojii alaa argaachuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise. Bobbii hojii alaa ilaalchisuun…
Oduu biyya keessaa Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu qulqullinaan hojjechuu barbaachisa jedhame Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu fi tajaajila barbaachisaa akka argatuuf qulqullina irratti xiyyeeffannaan hojjechuun barbaachisaa ta’uun…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaatti suphaan daandii kiiloomeetiraa kuma 3 gaggeeffameera-Biiricha Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaatti suphaan daandii kiiloomeetira kuma 3 gaggeeffamuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin babal’isa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaa eebbifame Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Pirojektiin babal’isa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaa ijaarame xumuramuun har’a eebbifameera. Manni barnootichaa Bakkaa Kantiibaan Buchiinsa…